Islaamummaan Siyaasa keessatti Gahee gaarii fii Guddaa qaba.
Biyyoota ja’an keessaa shan keessatti harki caalaan isaanii yeroo ammaa Islaamummaan jireenya siyaasaa biyya isaanii keessatti gahee guddaa akka qabu dubbatu. Tuuniziyaa keessatti namoonni kudhan keessaa saddeet ol Islaamummaan siyaasa isaanii irratti dhiibbaa guddaa akka qabu amanu. Haaluma walfakkaatuun Masrii, Turkii, Paakistaan fi Libaanos keessatti kudhan keessaa jaha ol Islaamummaan siyaasa keessatti gahee guddaa qaba...







