Du’aa’ii Yeroo manaa baanuu
بِسْمِ اللَّهِ تَوَكَّلْـتُ عَلَى اللَّهِ، وَلاَ حَوْلَ وَلاَ قُـوَّةَ إِلاَّ بِاللَّهِ Bismillaahi, tawakkaltu ‘alallaahi, wa laa hawla wa laa quwwata ‘ illaa billaah. Maqaa Rabbiitiin imaanaa koo Rabbitti nan kennaa. (isarratti nan irkadha), humnii fii dandeettiin kan Rabbii malee hin jiru. [Abu Dawud 4/325, At-Tirmizi 5/490, Al-Albani, Sahih At-Tirmizi 3/151]



