dhiirri tokko osoo bultii hin jaaratin dura, dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguufii dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna?
Gaafii: Intalti takka yoo isiin heerumte dubraa mitii jedhan abbaan manaa, dhiiraan wajjiin turte yookiin durburummaa hin qabdu jedhanii waa heddu irratti oofan. Qulqullummaa dhiiraa hoo maaliin beeyna? dhiirri tokko osoo bultii hin ijaaratin dura dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna? Deebii:- dubartii waan irraa badutu jira, Kanaaf abbaan manaa sun, intala dubraa irratti...





