Barattoota Qaxalee Qorumsa Biyyaalessaa Baranaan Qabxii Ol’aanaa Galmeessaniif Badhaasni Gumaachame
Barattoota Qaxalee Qorumsa Biyyaalessaa Baranaan Qabxii Ol’aanaa Galmeessaniif Badhaasni Gumaachame ******** Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Adaamaa barattoota qaxalee qorumsa biyyaalessaa bara 2017 qabxii ol’aanaa galmeessaniif badhaasa Nuur-Ummaah narsaa jalqabaa irratti barattoota qabxii ol’aanaa sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaatti galmeessaniif geebaa badhaasee jira. Sagantichi walta’iinsa Jam’a Barattoota Nuurul-Ummaah, Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Adaamaa fi Yuunivarsitii...




