Iqlaaba الإِقْلاَب
Hiika jechaatti: Waan tokko gara waan biraatti jijjiiruu Seerri: Yoo Nuun Saakinah ykn Tanween booda qubeen Iqlaaba ب mul’ate sana booda dubbisaan Nuun Saakinah ykn Tanween bakka buusee Meem (م) godhatee sagalee Idghaam fi Ikhfaa’ gidduu jiruun ni qara’ama. qubee Iqlaaba: ب . Iqlaaba Nuuni Sakinah Iqlaaba Tanwiinaa













