Qabrii bareechisuu.
Qabrii bareechisuu fi kunuunsuun hin barbaachisu. Fakkeenyaaf waan akka Abaaboo keessa dhaabuu, mukkeenii fi wantoota garagaraatis keessatti dhaabuun barbaachisu. Shiekh Muhammad ibn Ibraahim ibn Aal ash-shiekh akkana jedhan, “qabrii bareechisuu fi keessatti biqiltoota dhaabuun, waan islaamummaan ajajjee miti. Wanti akkanaatis hin hayyamamu. Kun warra nasaaraa akkeessuutu keessa jira. Warri kiristaanaa qabrii isaanii bakka bashannanaa...













