Dr Zakir Abdul Karim Naik
Alhamdulillah (ٱلْحَمْدُ لِلَّٰهِ) DR Zakir Abdul Karim Naik (18 Onkoloolessa 1965 dhalate) daa’ii fi haasawaa Islaamaa dhalataa Hindii yoo ta’u, amantii wal bira qabamee ilaalamu (comparative Religion) irratti xiyyeeffata. Hundeessaa fi pirezidaantii Dhaabbata Qorannoo Islaamaa (IRF) fi Peace TV ti. Addunyaa Islaamaa keessatti nama beekamaadha. Jaajjabdoota(hayyoota) Islaamaa hedduu irraa adda ta’ee haasaa isaa kan inni...













