Dubartiin takka abbaa mana isii hiikkaa gaafachuu

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo halaala irra jibbamaadha. haalaala Jibbamaa tayullee hiikkaan wanni godhamteef furmaataafi. Namni Lama haala jiruu walitti hadheessuun waliin jiraachuun rakkina jabaadha. kanaaf Rabbiin hiikkaa furmaata godhe. Kanaafuu Yaa gabrittii Rabbii haala mana kee keessatti inni rakkinna jabaa sirratti hojjatuun hiikkaa gaafatuun kee waa takkallee rakkoo hin qabu....

Ustaaz Ahmed Deedat barsiisaa Dr Zakir Naik

Sheek Deedat hayyuu Musliimaa Afrikaa Kibbaa yoo tahu, kan nama hawwatu, of barsiise yoo ta’u, falmii ummataa irratti lallabdoota wangeelaa kiristaanaa hirmaachisuun beekama. Bara 1986 Jiimii Swaggart irratti falmee, boqonnaa kan hin qabne Phaaphaasii Yohaannis Phaawuloos 2ffaa illee addabaabayii Vaatikaanitti falmii irratti morme. Ilmi isaanii Yuusuf Deedat “leenca waltajjii” jedhee Abbaa ufii waama. kitaabonni Ahmed...

Iraan dhaabbilee sagantaa niwukilaraa ishee miidhaman suphuufi

Iraan Dhaabbilee Niwukilaraa Irra Deebiin Ijaaruu Beeksifte. Iraan dhaabbilee sagantaa niwukilaraa ishee miidhaman suphuudhaaf akka yaaddu Pirezidaanti Pezeshkian beeksisaniiru. US yoo dhaabbileen kunneen deebi’anii jalqabaman haleellaa dabalataa akka raawwattu doorsifteetti. Boombii Fordow, Natanz, fi Isfahan irratti darbatame – Israa’el ji’a Juun keessa guyyoota kudha lamaaf Iraan irratti waraana banteetti. Deeggarsa guddaa Ameerikaatiin dhaabbileen ijoo sagantaa...

Dr Zakir Abdul Karim Naik

Alhamdulillah (ٱلْحَمْدُ لِلَّٰهِ‎) DR Zakir Abdul Karim Naik (18 Onkoloolessa 1965 dhalate) daa’ii fi haasawaa Islaamaa dhalataa Hindii yoo ta’u, amantii wal bira qabamee ilaalamu (comparative Religion) irratti xiyyeeffata. Hundeessaa fi pirezidaantii Dhaabbata Qorannoo Islaamaa (IRF) fi Peace TV ti. Addunyaa Islaamaa keessatti nama beekamaadha. Jaajjabdoota(hayyoota) Islaamaa hedduu irraa adda ta’ee haasaa isaa kan inni...

Gosoota kaansarii

Kan armaan gadii tarree gosoota kaansariiti. Kaansariin garee dhukkuboota baay’inni seelotaa haala hin baramneen dabaluu kan of keessaa qabu yoo ta’u, kutaalee qaamaa biroo weeraruu ykn babal’achuu danda’a. Tuumorri ykn citaan hundi kaansarii miti; (benign tumors) kutaalee qaamaa birootti waan hin babal’anneef akka kaansariitti hin ramadamu. Kaansaroonni adda addaa beekaman 100 ol ta’an kan nama...

Dhukkubni gosoota gurguddoo afur qaba

Dhukkubni haala addaa kan hin baramne kan caasaa ykn hojii orgaanizimii hunda ykn gartokkee isaa irratti dhiibbaa hamaa kan geessisu yoo ta’u, miidhaan alaa kamiinuu battalumatti kan hin uumamnedha. Dhukkuboonni yeroo baay’ee haalawwan fayyaa mallattoolee fi mallattoolee adda ta’an waliin walqabatan ta’uun beekamu. Dhukkubni tokko sababoota alaa kan akka paatojeenoota ykn hojii dhabuu keessoo irraa...

Donald Trump maal jedhe ?

Ameerikaan adduunyaa maratti Kiristaanota baraaruufi tiskuuf qophiidha, fedhii fi dandeettiis qabdi jedha Perezidaantiin US Donald Trump. Falasxiin keessatti kiristaanota kumaatama kan dugu-ugee dugu-ugsise eenyu? Waggoottan kumaa ol kan lakkoofsisan dabalatee Manneen amantaa Kiristiyaanaa heddu kan barbaadeessw eenyu? Marti isaaniituu Ameerikaadhaan ta’e. Dirooniiwwan, rasaas*ni, boom*biin darbatamee dho’ee osoo sirna amantaa irra jiranii Kiritaanota heddu mana amantaa...

Pr Saamiyaa Suhul Tanzania

Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhu Hasan sagalee caalmaa argachuun pirezidaantii biyyattii torbaffaa ta’uun filataman. Du’a Pirezidaantii Joon Maagufulii hordofuun Amajjii 2021 irraa eegalee pirezidaantii Taanzaaniyaa 6ffaa ta’uun tajaajilaa kan turan Dr. Samiyaa Suluhu sagalee %97.66 argachuun seenaa Taanzaaniyaa keessatti pirezidaantii dubartii filatamte jalqabaa taateetti. Paartiilee gurguddoo Afrikaa keessaa tokko kan ta’e Paartii Chama Cha Mapinduzi (CCP)...

Ibroo jemal

as wr wb. Poolisootaafi qondaalota dhiyeenya kana isa hidhanii turan, innis manuma hidhaa isa itti hidhan keessatti namoota heddu shahaadaa qabsiise, kanuma irraa kan ka’e namoota heddu Islaamummaa qabachiisee fixa jedhanii sodaatanii gadi dhiisan. Allahu Akbar Ibroo Jamaal maaf hidhame? Badiin isaa maal ture? Maaf ba’e? Bu’uurri qaamni tokko cal’isee nama qabuuf maali? Aangoo akkanaa...

Mootummaa Sooriyaa Ahmad Sharaa

Al Sharaan Waajjira Obboleessa Ofii Cufsiisuun Tarkaanfii Ulfaataa Qondaalotaafi Sooreyyii Irratti Fudhatamu Maatii Ofii Irratti Eegale Spider Media: Jumada I 10, 1447 AH Perezidaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Sharaan qondaaltonni mootummaa konkolaattota qananii oofan furtuu akka dabarsanii kennan ta’uu baannaan garuu rakkoon akka isaan mudatu akeekkachiisuun waajjira obboleessa isaa hangafaas cufsiiseera. Jidduu kana Riyaad kan daawwata Al-Sharaan...