islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 1ffaa
1) Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم) muka damee 300+ dhaabuun gabra ta’uu irraa Sahaabaan bilisa ta’uuf gargaaran maqaan isaa eennu? A. Bilaal ibnu Rabah (ra) . B. Thawban ibnu Bujdud (ra) . C. Zayd ibnu Harisaa (ra) . D. Salmaan al Fariisii (ra) . 2. Halkan hirribaaf osoo hin ciisin dura Ayaatul Kursii qara’uun...













