Abbaan yoo nikaaha godhuu dide akkam?
Gaaffii: Biyya Arabaa kana keessatti intala abbaan nikaaha godhuu didee eega isiin biyya Arabaa dhayxee namni haraamaan waliin jiraatee nikaaha godhanii kun akkam ? Deebii: Yoo abbaan beekaa intala isaa ajnabiyyaa beekaa nama ajnabiitiin wajjiin biyya addaatti erge, waan isiin dalagde hundaafuu namni gaafatamu isa. Abbaan isaa intala dhale yoo ka obboleessii bira hin jirre,...








