Ameerikaa Kaabaa

Ameerikaan Kaabaa ardii guddaa Kaabaa fi Dhiha Hemisfeera lafaa keessatti argamtudha. Gara bahaa Galaana Paasifikii, dhiha Galaana Atlaantiik, kibba Galaana Arktiik yoo ta’u, kutaa kaaba Ameerikaa ti. Kutaan kibbaa Ameerikaa Giddugaleessaati. Ardii guddicha addunyaa Eeshiyaa fi Afrikaatti aantee sadarkaa sadaffaa irratti argamti. Ameerikaan Kaabaa baay’ina ummataa naannoo miliyoona 528 kan qabdu yoo ta’u, ardii baay’ina...

Eeshiyaa

Eeshiyaan bal’ina lafaa fi baay’ina namootaatiin ardii guddittii lafa irra jirtudha. Irra caalaa hemisfeera kaabaa keessa jira. Eeshiyaan dhihaan Awurooppaa, kibbaan ammoo Afrikaa waliin wal qunnamti. Yeroo tokko tokko Eeshiyaa fi Awurooppaan walitti makamuun ardii guddaa Yureeshiyaa jedhamtu uumu. Qaroominni dhala namaa durii tokko tokko Eeshiyaa keessatti kan jalqaban yoo ta’u, fakkeenyaaf Sumer, Chaayinaa fi...

Afrikaa

Afrikaan ardii addunyaa irratti sadarkaa sadaffaa irratti argamti. Lafa addunyaa waliigalaa keessaa gara harka shanaffaa ta’a.Bishaan bal’inaan marfamtee jirti. Afrikaa keessatti biyyoonni beekamtii guutuu fi walaba ta’an 54 kan jiran yoo ta’u, ummata addunyaa keessaa %14.7 (biliyoona 1.216) achi jiraata. Ardii ilmaan namootaa jalqabaa itti guddatan ta’uun yaadama. Seenaa Qaroomina koloneeffannaa Awurooppaa dura ture Seenaan...

Ardii 7

Ardii jechuun lafa bal’aa lafa irra jiru kan walitti makamuudha. Lafti maali akka ardiitti akka ilaalamu seera cimaan hin jiru, garuu walumaa galatti Lafti ardii torba akka qabdu beekamaadha; isaan kun,Afrikaa , Eeshiyaa, Antaarktikaa, , Awurooppaa,Ameerikaa Kaabaa , Ameerikaa Kibbaa fi Ooseeniyaa (ykn Awustiraaliyaa) ta’uu isaaniiti. Statistics Ardiilee addunyaa Ardii Naannoo Heddummina Uummata km² mi²...