Qur’aana qubee Afaan Oromootiin katabuun dandayamaa?
Gaafii: Qur’aana ni jaaladhaa, garuu Qur’aanni kun hedduu na dhiba, kanaaf jecha, Afaan Oromootiin yoon barreeffadhe maal rakkina qaba? Deebii: Kalaama Rabbii harfii inni ittiin dhufeen alatti jijjiiruun haraami. Warri wamaa hin qabu jedhulleen ni jira, garuu san daliila isaanii isaanumatu beeka. Sahaabootni guyyaa tokkollee Qur’aana kana osoo Ba (ب): Alif (ا): jedhanii hin qara’in, suuratul...













