islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 5ffaa
21. Malaayikaan Guyyaa Qiyaamaa agarsiisuuf xurumbaa afuufu isa kami? A. Jibriil (a.s) . B. Mikaa’il (a.s) . C. Malakul Mawut (a.s) . D. Israafiil (a.s) 22. Adeerri Nabi Muhammad (s.a.w) Islaamummaa hin fudhatin isa kami? A. Abdul Muxxalib B. Hamzaa C. Abuu Lahaab D. Al-Abbaas 23. Sujood keessatti maal gochutu siif hin hayyamamne ? A....













