Qur’aana qubee Afaan Oromootiin katabuun dandayamaa?

Gaafii: Qur’aana ni jaaladhaa, garuu Qur’aanni kun hedduu na dhiba, kanaaf jecha, Afaan Oromootiin yoon barreeffadhe maal rakkina qaba? Deebii: Kalaama Rabbii harfii inni ittiin dhufeen alatti jijjiiruun haraami. Warri wamaa hin qabu jedhulleen ni jira, garuu san daliila isaanii isaanumatu beeka. Sahaabootni guyyaa tokkollee Qur’aana kana osoo Ba (ب): Alif (ا): jedhanii hin qara’in, suuratul...

dhiirri tokko osoo bultii hin jaaratin dura, dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguufii dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna?

Gaafii: Intalti takka yoo isiin heerumte dubraa mitii jedhan abbaan manaa, dhiiraan wajjiin turte yookiin durburummaa hin qabdu jedhanii waa heddu irratti oofan. Qulqullummaa dhiiraa hoo maaliin beeyna? dhiirri tokko osoo bultii hin ijaaratin dura dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna? Deebii:- dubartii waan irraa badutu jira, Kanaaf abbaan manaa sun, intala dubraa irratti...

Namni tokkotu mallaqa na bira kaayatee dhabamee, maallaqa san akkam godhuu qaba?

Deebii:  Olomaa’ii biyya keennaa Nama tokko yoo Rabbiif jecha wal jaalattan ykn kan amantii biroo keessa jirullee haa ta’uu, yoo amaanaa wal bira kaayattan  odeeyfannoo guutuu irraa barreefadhaa. Akkasuma yoo wal biraa deemtan eessa akka kaayuufii qabdanii fi eenyutti kennuufii qabdan irraa beekuun dirqama keessan. Haala waan kana hundaa irraa hin beekiniin yoo addaan baatanii...

Dubartiin takka abbaa mana isii hiikkaa gaafachuu

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo halaala irra jibbamaadha. haalaala Jibbamaa tayullee hiikkaan wanni godhamteef furmaataafi. Namni Lama haala jiruu walitti hadheessuun waliin jiraachuun rakkina jabaadha. kanaaf Rabbiin hiikkaa furmaata godhe. Kanaafuu Yaa gabrittii Rabbii haala mana kee keessatti inni rakkinna jabaa sirratti hojjatuun hiikkaa gaafatuun kee waa takkallee rakkoo hin qabu....

Abbaan kiyya osoo salaata hin salaatin du’e sadaqaa jaariyaa irraa sadaqachuun taatii?

Gaaffii: Abbaan kiyya hin salaatu isaa hin salaanne du’ee, irraa sadaqachuuf jennaan irraa hin sadaqatin, sadaqachuu hin dandeettu naan jedhanii,  mee akkamitti abbaa kiyyaa waa godhuu danda’aa,  yaa Rabbi araaramiif jechuu danda’aa? Deebisaa: Yoo inni salaata diddaa isiitiif didee du’e, salaata uzrii takka malee dabarsee ka takkaahuu hin salaanne taate, ka ammoo salaanni waajiba ta’uu...

Nikaaha dhoksaan hidhachuun akkami?

Gaaffii: Nikaaha dhoksaa ka duraan dogongora duraan dalaganii abbaan beeynaan, nikaaha sii hin hidhu jedheenii lakki nuti wal hin agarree jennee dhoksinee nikahaan sun akkamii? Deebii: Yoo baaxilaan wajjiin jiraatanii jiraatan, nikahaani sun ammallee baaxila . Dhoksaan wajji jiraatanii akka dhoksaan wajji jiraatanillee abbaa ufii dhoksanii nikaaha nuu haa godhuudhaaf itti himan. Kanaafuu shari’aan dogongora...

Dubartootaan Hijaaba uffadhaa jennaaniin didanii kanafuu akkam goona?

Gaaffii: Duri akkanumatti fooxaan wali biraa yaanaa dubartootaan akkasumatti walitti laaqamuun jirtii eega lafa araba dhufnee hijaaba baranne, hijaabni dubartillee kana jechuu barannee amma warra gandaa dubartoota keenna hijaaba uffisuuf yaadne, hin didanii maal goonaa? Deebii:- Haga isiin diinii barattutti itti obsii hijaaba barsiisi. Yoo eega isiin barattee boodallee, obsa keetiin boodallee hagana siin hin...

maallaqa osoo hin kafalin makiinaa irraa bu’ee amma maal godhuu qaba?

Gaaffii: Guyyaa tokko konkolaataa namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’e,  jarrillee na hin gaafannee anillee irraanfadhee achumaan dabree? Deebisaa: Yoo jara argitee itti hin kennine maqaa jaraatiin sadaqadhuu ufirraa baasi. (Maqaa jaraatiin sadaqadhu). Haala saniin yoo ufirraa baafte guyyaa qiyaamaa wanni sirraa fedhan hin jiru.   Sheekh Alii Jimmaa

Bakka taaziyaa waa qabatanii achitti nyaachuun kun akkam?

Gaaffii: Namni taaziyaa walitti dhufee, guyyaa hagasii waliin taa’anii waa nyaatee waliin dhuguun aadaa biyya gariiti, fakkeennaaf, harcee, dhadhaa walitti fida. Biyya teenyatti akka dirqaamaatti harcee fidan dhadhaa fidan marqa marqan namni achitti wal gahee nyaataa dirqamatti fidanii.    Deebisaa: Taaziyaadhaaf yoo birmannaadhaaf yoo ollaan buna fidatee dhufe, ka haajaa isaatiif mataa ufiitiif fidatee dhufe...

Abbaan yoo nikaaha godhuu dide akkam?

Gaaffii: Biyya Arabaa kana keessatti intala abbaan nikaaha godhuu didee eega isiin biyya Arabaa dhayxee namni haraamaan waliin jiraatee nikaaha godhanii kun akkam ? Deebii: Yoo abbaan beekaa intala isaa ajnabiyyaa beekaa nama ajnabiitiin wajjiin biyya addaatti erge, waan isiin dalagde hundaafuu namni gaafatamu isa. Abbaan isaa intala dhale yoo ka obboleessii bira hin jirre,...