Trump waraan erguuf qophaayuu isaa

Tiraamp waraanni Ameerikaa maqaa amantii tiksuun gara Naayijeeriyaa duulee waraa*nuuf akka qophaa’uu ejajan Ameerikaa humni nageenyaa mootummaa hidhate Waldaa Kiristiyaanaa irratti haleellaa banee lubbuu heddu gala*afatee mana amantichaas barba*deessee nagaan bilisaan keessa jiraataa jiru kan hoogganan Perezdaant Donald Trump Kiristiyaanota adduunyaa maraafin gachaana ta’a jechuun gara Naayijeeriyaatti duuluuf ta’uu ibsaniiru. Tiraamp waa’ee kiristaanota Naayijeeriyaa keessatti...

carraa hojii biyya alaa uumuuf hojjachaa jiraachuu

Lammiilee biyyattii kuma 800 oliif carraa hojii biyya alaa uumuuf hojjachaa jiraachuu ministeerichi beeksise ******* Ministeerrii Hojjataa fi Ogummaa bara baajata 2018tti lammiilee biyyattii kuma 800 oliif carraa hojii alaa uumuuf hojjachaa jiraachuu beeksise. Ministeerrii koomunikeeshinii fI hariiroo qunnamtii hawaasaa Obbo Abbabbaaa Alamuu akka ibsanitti, lammiilee fayyadamaa taasisuuf carraa hojii biyya alaa irratti xiyyeeffachuun kabaja,...

Donald Trump maal jedhe ?

Ameerikaan adduunyaa maratti Kiristaanota baraaruufi tiskuuf qophiidha, fedhii fi dandeettiis qabdi jedha Perezidaantiin US Donald Trump. Falasxiin keessatti kiristaanota kumaatama kan dugu-ugee dugu-ugsise eenyu? Waggoottan kumaa ol kan lakkoofsisan dabalatee Manneen amantaa Kiristiyaanaa heddu kan barbaadeessw eenyu? Marti isaaniituu Ameerikaadhaan ta’e. Dirooniiwwan, rasaas*ni, boom*biin darbatamee dho’ee osoo sirna amantaa irra jiranii Kiritaanota heddu mana amantaa...

Pr Saamiyaa Suhul Tanzania

Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhu Hasan sagalee caalmaa argachuun pirezidaantii biyyattii torbaffaa ta’uun filataman. Du’a Pirezidaantii Joon Maagufulii hordofuun Amajjii 2021 irraa eegalee pirezidaantii Taanzaaniyaa 6ffaa ta’uun tajaajilaa kan turan Dr. Samiyaa Suluhu sagalee %97.66 argachuun seenaa Taanzaaniyaa keessatti pirezidaantii dubartii filatamte jalqabaa taateetti. Paartiilee gurguddoo Afrikaa keessaa tokko kan ta’e Paartii Chama Cha Mapinduzi (CCP)...

Ibroo jemal

as wr wb. Poolisootaafi qondaalota dhiyeenya kana isa hidhanii turan, innis manuma hidhaa isa itti hidhan keessatti namoota heddu shahaadaa qabsiise, kanuma irraa kan ka’e namoota heddu Islaamummaa qabachiisee fixa jedhanii sodaatanii gadi dhiisan. Allahu Akbar Ibroo Jamaal maaf hidhame? Badiin isaa maal ture? Maaf ba’e? Bu’uurri qaamni tokko cal’isee nama qabuuf maali? Aangoo akkanaa...

Mootummaa Sooriyaa Ahmad Sharaa

Al Sharaan Waajjira Obboleessa Ofii Cufsiisuun Tarkaanfii Ulfaataa Qondaalotaafi Sooreyyii Irratti Fudhatamu Maatii Ofii Irratti Eegale Spider Media: Jumada I 10, 1447 AH Perezidaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Sharaan qondaaltonni mootummaa konkolaattota qananii oofan furtuu akka dabarsanii kennan ta’uu baannaan garuu rakkoon akka isaan mudatu akeekkachiisuun waajjira obboleessa isaa hangafaas cufsiiseera. Jidduu kana Riyaad kan daawwata Al-Sharaan...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 13ffaa

gaafiilee 61. Lola kam keessatti Nabi Muhammad (s) dhagaa guddaa tokko rukutanii dhakaan sun caccabe? A.Lola Badr B. Lola Uhud C. Lola Khandaq D. Lola Tabuk 62. Waan tokko jalqabuu keennaan dura maal jechuu qabna? A. Alhamdulillaah B. inshaAllah C. Allahu Akbar D. Bismillah. 63. Adam (a.s) maal irraa uumame ? A. Bishaan B. Biyyaa...