Applikeeshiniiwwan Ergaa Iccitii Jabeenyaan Beekaman
Isin Ergaa Iccitii ta’e waliif erguuf app kam fayyadamtu? Yeroo interneetii fi Bilbiloota Ammayyaawaan guddachaa dhufan, ergaa (messaging) wal jijjiiruun addunyaa guutuu keessatti baay’ee salphate. Haa ta’u malee, iccitii (security) fi dhuunfa namaa (privacy) eeguuf yaaliin guddaan taasifamee jira. Mee App armaan gadi jiran sadarkaa Iccitii isaanii haa ilaallu isin kana irratti hundaa’uun filachuun Fayyadamaa....












