Namni Jaartii isaatiin wajji rafe, Guyyaa qabbanti jabduun jirtu ,dirqama dhiqachuu qabaa ?
Deebisaa: Rabbiin waa hunda nuuf kennee jira. Namni Yoo qabbanti jiraatte bishaan oowwifachuu danda’a . Qabantilleen kama akkanatti sodaatanii mitii, kama dhugaan nama dhibdu san ta’uu beekuu qaba. Dhugumaahuu qabanti tun si miiti moo, sodama birdilibsii jalaa bahuu dadhabanii , Rabbi gargar beeka ”laa yakhfa’a aleeyhi khaafi’a” wanni feete isarraa hin dhokattu. Dhiqateetuma salaata inshaallah. Yoo kaa...












