Namni tokko nama biraatiif dhiiga kennuu ykn fudhatuuf gosa dhiigaa isa kamtu taha?
Namni dhiigni isaa A+ tahe âž–A+, AB+ kennuu danda’a. âž– A+, A-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a Namni dhiigni isaa AB+ tahe âž–AB+ qofaaf kennu danda’a âž–Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu danda’a. Namni dhiigni isaa O+ tahe âž– O+, A+, B+, AB+ ni kenna âž– O+, O- tahe irra immoo fudhatuu...









