Donald Trump maal jedhe ?

Ameerikaan adduunyaa maratti Kiristaanota baraaruufi tiskuuf qophiidha, fedhii fi dandeettiis qabdi jedha Perezidaantiin US Donald Trump. Falasxiin keessatti kiristaanota kumaatama kan dugu-ugee dugu-ugsise eenyu? Waggoottan kumaa ol kan lakkoofsisan dabalatee Manneen amantaa Kiristiyaanaa heddu kan barbaadeessw eenyu? Marti isaaniituu Ameerikaadhaan ta’e. Dirooniiwwan, rasaas*ni, boom*biin darbatamee dho’ee osoo sirna amantaa irra jiranii Kiritaanota heddu mana amantaa...

Pr Saamiyaa Suhul Tanzania

Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhu Hasan sagalee caalmaa argachuun pirezidaantii biyyattii torbaffaa ta’uun filataman. Du’a Pirezidaantii Joon Maagufulii hordofuun Amajjii 2021 irraa eegalee pirezidaantii Taanzaaniyaa 6ffaa ta’uun tajaajilaa kan turan Dr. Samiyaa Suluhu sagalee %97.66 argachuun seenaa Taanzaaniyaa keessatti pirezidaantii dubartii filatamte jalqabaa taateetti. Paartiilee gurguddoo Afrikaa keessaa tokko kan ta’e Paartii Chama Cha Mapinduzi (CCP)...

Ibroo jemal

as wr wb. Poolisootaafi qondaalota dhiyeenya kana isa hidhanii turan, innis manuma hidhaa isa itti hidhan keessatti namoota heddu shahaadaa qabsiise, kanuma irraa kan ka’e namoota heddu Islaamummaa qabachiisee fixa jedhanii sodaatanii gadi dhiisan. Allahu Akbar Ibroo Jamaal maaf hidhame? Badiin isaa maal ture? Maaf ba’e? Bu’uurri qaamni tokko cal’isee nama qabuuf maali? Aangoo akkanaa...

Mootummaa Sooriyaa Ahmad Sharaa

Al Sharaan Waajjira Obboleessa Ofii Cufsiisuun Tarkaanfii Ulfaataa Qondaalotaafi Sooreyyii Irratti Fudhatamu Maatii Ofii Irratti Eegale Spider Media: Jumada I 10, 1447 AH Perezidaantiin Sooriyaa Ahmad Al-Sharaan qondaaltonni mootummaa konkolaattota qananii oofan furtuu akka dabarsanii kennan ta’uu baannaan garuu rakkoon akka isaan mudatu akeekkachiisuun waajjira obboleessa isaa hangafaas cufsiiseera. Jidduu kana Riyaad kan daawwata Al-Sharaan...

Maqaalee Qur’aanaa

Qur’aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa Qur’aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isaa Nabi Muhammad (SAW) irratti buuseedha. Maqaalee beekamoon Qur’aana keessatti ifatti dubbataman ragaa wajjin beekuun barbaachisaadha. Maqaaleen Qur’aanaa, Qur’aana keessatti ibsaman hedduudha. keessaa muraasa isaani ragaa wajjiin haa ilaalluu: Maqaalee Beekamoo kan Qur’aanaa Ragaa Isaanii...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 20ffaa

96. Maqaan gosa Nabiyyii keenya qulqulluu صلى الله عليه وسلم maali? A. Baanuu Aws B.Baanuu Umayyaa C.Baanuu Makhzum. D.Baanuu Qureeysh 97. Akka Qur’aanaatti Masjiidni jalqabaa fi durii isa kami? A. Masjid al-Haram B.Masjid al-Aqsaa C.Masjid Quba D.Masjid Nabaawii 98. Nabi صلى الله عليه وسلم waliin hijraa eenyutu imale? A. Umar ibnu Al-Khattaab (RA) . B.Abuu...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 19ffaa

91. Utubaan iimaanaa meeqa ? A. 1 B. 3 C. 9 D. 10 92.  Suuraa kamitu “Onnee (Qalbii) Qur’aanaa” jedhamuun beekama? a) Suuraa Al-Fatihaa b) Suuraa Al-Baqaraa c) Suuraa Yaasiin d) Suuraa Al-Ikhlas 93.  Nabiyyii kamtu qurxummii dhaan liqimfamuun beekama ? A. Nabi Nuh (as) . B. Nabi Muusaa (as) . C. Nabi Yuunus (as)...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 18ffaa

86. soomni Baatii islaamaa tam keessa soomama? A. Shawwaal B. Ramadaan C. Dhul-Hijjaa D. Rajab 87. Yeroo haxxifattu maal jetta? A. In sha Allah B. Masha Allah C. Alhamdulillah D. Astagfirullah 88. Ibliis maal ture ? A. Ilma namaa B. Ergamaa C. Ergamaa D. Jinni tokko 89. Soomanni,  ji’a Ramadaanaa yoom dirqama(waajiba) ta’e? A. Hijraa...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 17ffaa

81. Abbaan Aishah (r.a.) … ? A) Abuu Xaalib B) Usmaan (r.a.) . C) Abuu Bakr (r.a.) . D) Umar (r.a.) . 82.Qur’aana keessatti suuraalee ___tu jira. A. 7 B. 333 C. 114. D.  76 83. Faaximaa (r.a.) fi abbaan warraa ishee ijoollee shan godhatan : Hasan, Huseen, ……, Zainab fi Ummu Kulthum A) Muhaasiin B)...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 16ffaa

76. Intalli Khadijaa (r.a.) …… abbaa warraa ishee Usmaan bin Affaan waliin gara Abisiniyaatti godaante A) Faaximaa B) Zayinab C) Ruqaayyaa D) Umm Kultuum 77.  Khalilullaah jedhamuun kan beekkamu eenyu ture ? A) Isaa (a.s.) . B) Ibraahim (a.s.) . C) Ismaa’eel (a.s.) . D) Idriis (a.s.) jedhamu. 78.  Nuh (a.s.) yoo xiqqaate waggaa …….....