Sheek Deedat hayyuu Musliimaa Afrikaa Kibbaa yoo tahu, kan nama hawwatu, of barsiise yoo ta’u, falmii ummataa irratti lallabdoota wangeelaa kiristaanaa hirmaachisuun beekama. Bara 1986 Jiimii Swaggart irratti falmee, boqonnaa kan hin qabne Phaaphaasii Yohaannis Phaawuloos 2ffaa illee addabaabayii Vaatikaanitti falmii irratti morme.

Ilmi isaanii Yuusuf Deedat “leenca waltajjii” jedhee Abbaa ufii waama.

kitaabonni Ahmed Deedat barreesse, hedduudha, hammi tokko isaa armaan gadi kana, faadha.

  • Al-Quran The Miracle of Miracles
  • Arabs And Israel Conflict Or Conciliation
  • Can You Stomach The Best Of Rushdie
  • Christ In Islam
  • Crucifixion Or Cruci-fiction
  • Is The Bible Gods Word
  • Muhammad صلى الله عليه وسلم The Greatest
  • Muhummed صلى الله عليه وسلم The Natural Successor To Christ
  • Resurrection Or Resuscitation
  • The God That Never Was
  • Was Jesus Crucified
  • What Is His Name
  • What The Bible Says About Muhammad
  • What Was The Sign Of Jonah
  • Who Moved The Stone

amma gara fuula Rabbii deemanii, Rabbiin Rahmata isaaniif godhee, dalagaa isaan dur eegalan, sadaqaa jaariyaa isaaniif haa godh

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*