Xumura Yaa’ii Ibsa Ejjannoo Mana Marii Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa labse.
********
Manni Marichaa yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa Onkoloolessa 23, 2018, Finfinnee, Itoophiyaatti gegeesseen ibsa ejjenno abbaa qabxii 8 armaan gadii baasee jira.
Rabbiin hojii keenya haqa irratti haa milkeessu.
Majlisa Oromiyaa




