islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 18ffaa
86. soomni Baatii islaamaa tam keessa soomama? A. Shawwaal B. Ramadaan C. Dhul-Hijjaa D. Rajab 87. Yeroo haxxifattu maal jetta? A. In sha Allah B. Masha Allah C. Alhamdulillah D. Astagfirullah 88. Ibliis maal ture ? A. Ilma namaa B. Ergamaa C. Ergamaa D. Jinni tokko 89. Soomanni, ji’a Ramadaanaa yoom dirqama(waajiba) ta’e? A. Hijraa...













