Teeknooloojii Deebii Muddamaa

Gara yaada ijootti osoo hin ce’iin dura waan tokko ibsuun gaariidha. Yeroo baay’ee Nurulhudaa irratti barruulee adda addaa yeroo barreessinu jecha Maashinii jedhu caalaa jecha konkolaataa jedhu fayyadamna. namootni hedduun maaliif afaan Amaaraatiin maashinii barreessina jedhanii nu lolan. Jalqaba irratti Makiinaa jecha Afaan Xaaliyaaniiti malee jecha Amaaraa miti. Afaan Xaaliyaaniitiin Macchina jedhama. Sababni guddaan jecha...

SIM Card Bilbilaa Hafuuf Jira

Guddinni teeknooloojii guyyaa guyyaan fooyya’aa jira.   Oomishtoonni elektirooniksii hundi waan 5 irratti xiyyeeffataniiru. Inni jalqabaa guddina meeshaa kanaa haalaan hir’isuu, inni lammaffaan ulfaatina isaa hir’isuu, inni sadaffaan dizaayinii isaa miidhagsuu, inni afraffaan humna xiqqaadhaan akka hojjetu gochuudha (Power Consumption), inni shanaffaan immoo qulqullina isaa fooyyessuudha. SIM card bilbilaa kanaaf fakkeenya guddaadha. Kanaan dura SIM...

Telegram

Appilikeeshiniin Telegram yeroo ammaa kana jaalala horachaa jira. Akka ragaan mul’isutti har’a namoonni Telegiraamii fayyadaman miliyoona 900 ol ta’u. Dhaabbileen hedduun oomisha isaanii beeksisuuf chaanaalii telegiraamii bananiiru. Dhaabbileen mootummaas odeeffannoo adda addaa karaa telegiraamii ummataaf qooduun filataniiru. Kunis Telegram namoota hedduu biratti akka jaallatamu taasisaa jira. Appilikeeshiniin telegiraamii kun teknooloojiiwwan sadarkaa olaanaa qaban hedduu qaba....