Giancarlo Esposito, gahee filmi Bad’s Gus Fring, Better Call Saul fi The Boys’ Stan Edgar, taphachuun kan beekamu yoo ta’u, Sa’udii Arabiyaatti osoo fiilmii hojjechaa jiruu gara Islaamummaatti deebi’uun isaa himameera.
Mul’anni Esposito Masjiida Hassan II Casablanca, Morocco keessatti argamu daawwachuu isaa irratti jama’aan salaataa akka jiru agarsiisu mul’ateera.
Akka Dura Taa’aan Abbaa Taayitaa Bashannanaa Waliigalaa Sa’uudii Arabiyaa Turkii Al-Sheikh jedhanitti, Esposito labsii amantii Islaamaa jedhee islaamummaa fudhadachuun dhogoomse, jedhu dub miseensota garee oomishaa waliin ta’uunis Masjiida tokkotti salaata irratti hirmaate, yeroo fiilmii Mootummicha keessatti waraabu, gabaabumatti Espositon gama islaamummaa dhufuun , namoota Addunyaa keessan jiran, akkasuma hordoftoota fii namoota isa jaallatanii dordofan irratti, dubbii ajaaibaa tahee,
Alhamulillah.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*