maallaqa osoo hin kafalin makiinaa irraa bu’ee amma maal godhuu qaba?
Gaaffii: Guyyaa tokko konkolaataa namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’e, jarrillee na hin gaafannee anillee irraanfadhee achumaan dabree? Deebisaa: Yoo jara argitee itti hin kennine maqaa jaraatiin sadaqadhuu ufirraa baasi. (Maqaa jaraatiin sadaqadhu). Haala saniin yoo ufirraa baafte guyyaa qiyaamaa wanni sirraa fedhan hin jiru. Sheekh Alii Jimmaa






