FIZIYOLOOJII MARSAA DHIIGAA FI AANNAN
Qur’aanni kan bu’e saayintistiin muslimaa Ibnu Nafees marsaa dhiigaa osoo hin ibsin waggaa 600 dura fi waggaa 1,000 dura ture Wiliyaam Haarweey hubannoo kana gara addunyaa warra dhihaatti fide. Gara jaarraa kudha sadii dura qaamonni adeemsa of soorata akka argatan gochuuf garaacha keessatti maaltu akka ta’u beekamuu isaa dura xuuxamuu bullaa’insa nyaataa, keeyyanni Qur’aana tokko...










