Hoteela guddaa itiyoophiyaa Iskaayilaayitii
Hoteela guddaa itiyoophiyaa Iskaayilaayitii halkan tokko buluuf qarshii meeqa gaafataa!? Hoteela Iskaayilaayitii Itiyoophiyaa yokan Ethiopian Skylight Hotel jechuun hoteela guddaa Africa abbaa urjii shanii yoo ta’u buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee booleetti argama. Hoteela sadarkaa idil addunyaa eeggate (five-star hotel) ta’e dha. Hoteelichi kan ijaaramee fi kan hogganamu dhaabbata guddaa itoophiyaa kan ta’e Dhaabbata Ethiopian...













