Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Muslimaa Itoophiyaa fi Ministira Haajjii Saawud Arabiyaa gidduutti waliigalteen mallatteeffame

Onkoloolessa 30, 2018 A.L | Jumaadal Awwal 18, 1447 A.H Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Muslimaa Itoophiyaa fi Ministira Haajjii Mootummaa Saawud Arabiyaa gidduutti waliigalteen raawwii Haajjii bara 1447 A.H (2018 A.L) mallatteeffameera. Waliigaltee kana: Bakka Itoophiyaa irraa kan mallatteessan:- Dr. Muhammad Saalih, itti gaafatamaa Haajjii fi Umraa Bakka Saawudii irraa kan mallatteessan: Dr. Abdul Fattah...

Dr. Zagluul Al Najjaar Gama fuula Rabbii adeeman

Hayyuu Guddaan Qorannoo Qur’aanaa fi Saayinsii beekamaan Dr. Zagluul Al Najjaar Gama fuula Rabbii adeemanInnaa lillaahi wa’innaa ilayhii raaji’uunSpider Media: Jumada I 18, 1447 AHSaayinsii raajii Qur’aanaa waliin walqabsiisuun qorannoo bal’aa gaggeessaniin kan beekaman Hayyuun lammii Masrii Dr. Zaghloul Al Najjar umrii isaanii waggaa 92tti har’a Joordaan magaalaa Magaalaa Ammaan keessatti gama fuula Rabbii adeemaniiru.Doktar...

Qur’aana qubee Afaan Oromootiin katabuun dandayamaa?

Gaafii: Qur’aana ni jaaladhaa, garuu Qur’aanni kun hedduu na dhiba, kanaaf jecha, Afaan Oromootiin yoon barreeffadhe maal rakkina qaba? Deebii: Kalaama Rabbii harfii inni ittiin dhufeen alatti jijjiiruun haraami. Warri wamaa hin qabu jedhulleen ni jira, garuu san daliila isaanii isaanumatu beeka. Sahaabootni guyyaa tokkollee Qur’aana kana osoo Ba (ب): Alif (ا): jedhanii hin qara’in, suuratul...

dhiirri tokko osoo bultii hin jaaratin dura, dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguufii dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna?

Gaafii: Intalti takka yoo isiin heerumte dubraa mitii jedhan abbaan manaa, dhiiraan wajjiin turte yookiin durburummaa hin qabdu jedhanii waa heddu irratti oofan. Qulqullummaa dhiiraa hoo maaliin beeyna? dhiirri tokko osoo bultii hin ijaaratin dura dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna? Deebii:- dubartii waan irraa badutu jira, Kanaaf abbaan manaa sun, intala dubraa irratti...

Namni tokkotu mallaqa na bira kaayatee dhabamee, maallaqa san akkam godhuu qaba?

Deebii:  Olomaa’ii biyya keennaa Nama tokko yoo Rabbiif jecha wal jaalattan ykn kan amantii biroo keessa jirullee haa ta’uu, yoo amaanaa wal bira kaayattan  odeeyfannoo guutuu irraa barreefadhaa. Akkasuma yoo wal biraa deemtan eessa akka kaayuufii qabdanii fi eenyutti kennuufii qabdan irraa beekuun dirqama keessan. Haala waan kana hundaa irraa hin beekiniin yoo addaan baatanii...

Zohran Kwame Mamdani

Zohran Kwame Mamdani (Waxabajjii 18, 1991 dhalate) nama siyaasaa Ameerikaa yoo ta’u, bara 2021 irraa eegalee miseensa mana maree kutaa biyyaa New York ta’uun kutaa 36ffaa irraa tajaajilaa kan ture yoo ta’u, naannoo Queens Astoria bakka bu’uun tajaajilaa ture. Miseensa Paartii Dimookiraatawaa fi Soshaalistoota Dimookiraatawaa Ameerikaa yoo ta’u, filannoo bara 2025 irratti kantiibaa magaalaa Niiw...

Xumura Yaa’ii Ibsa Ejjannoo Mana Marii Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa labse.

Xumura Yaa’ii Ibsa Ejjannoo Mana Marii Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa labse. ******** Manni Marichaa yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa Onkoloolessa 23, 2018, Finfinnee, Itoophiyaatti gegeesseen ibsa ejjenno abbaa qabxii 8 armaan gadii baasee jira. 1. Karoora hojiilee hundagaleessa mana mariichaa sadarkaa hundatti lafa qabsiisuuf kutannoo fi cichoominaan hojjechuuf murteessineerra. 2. Namoota Majlisa Oromiyaatiif...

Dubartiin takka abbaa mana isii hiikkaa gaafachuu

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo halaala irra jibbamaadha. haalaala Jibbamaa tayullee hiikkaan wanni godhamteef furmaataafi. Namni Lama haala jiruu walitti hadheessuun waliin jiraachuun rakkina jabaadha. kanaaf Rabbiin hiikkaa furmaata godhe. Kanaafuu Yaa gabrittii Rabbii haala mana kee keessatti inni rakkinna jabaa sirratti hojjatuun hiikkaa gaafatuun kee waa takkallee rakkoo hin qabu....

Muuziyeemii dolaara biliyeena 1.2’n ijaarte daawwiif banaa goote

Masiriin awwaala mootii Fir’a’uun Tuutaankaamuun dabalatee Muuziyeemii dolaara biliyeena 1.2’n ijaarte daawwiif banaa goote ********* ”Qaroomina addunyaa ajaa’ibsiisoo” jedhaman keessaa tokko kan ta’e Piraamiidii Guddicha Kuufuu kan Masirii, Giizaatti argamu yoo ta’u, Masiriin muuziyeemii arkiyoolojii guddaa addunyaa kan jedhame, Muuziyeemii Guddicha Masrii banaa gootetti. Muuziyeemii kana keessatti bobbociwwan hambaa seenaafi qaroomina durii agarsiisan 100,000 ta’an...

Tokkummaa Muslimoota Cimsuun Nageenya Biyyaaf Murteessaadha.

Tokkummaa Muslimoota Cimsuun Nageenya Biyyaaf Murteessaadha > Ustaaz Haydar Spider Media: Jumada I 11, 1447 AH Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamaa Naannoo Gaambeellaa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa naannichaa hundeesse. Waltajjicharratti irratti kan argaman Pireezidaantiin Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itiyoophiyaa Ustaaz Hayidar Kadir tokkummaa hawaasa Muslimaa cimsuun nageenya Itiyoophiyaatiif murteessaa ta’uu ibsaniiru. Dargaggoonni nagaa fi misooma biyyaa itti...