Baayoloojii, Botaanii
Kanaan dura ilmaan namaa biqiltoonnis saalaa dhiiraa fi dubaraa ni qabaatu jedhanii hin beekan turan. Botaanikaa:- biqiltuun hundi dhiiraa fi dubartii akka qabu ibsa. koorniyaa. Biqiltoonni saala tokko qaban illee jiru garuu elementoota adda ta’an kan dhiiraa fi dubaraa qabu. وَأَنزَلَ مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءٗ فَأَخۡرَجۡنَا بِهِۦٓ أَزۡوَٰجٗا مِّن نَّبَاتٖ شَتَّىٰ… samii irraa bishaan buuse...













