Salaata dirqamaa (waajibaa) .

Salaanni Dirqama (Fard) Islaamummaa keessatti gosoota salaata jalqabaa Islaamummaa keessatti: Islaamummaa keessatti salaanni Fard akka manneen barnootaa Sunnaa hundaatti muslima hundaaf dirqama. Salaatonni dirqamaa kun guyyaatti si’a shan kan raawwataman yoo ta’u, tuffachuunis akka cubbuutti kan ilaalamu yoo ta’u, nama cubbamaa ykn nama Muslima hin taane gochuullee danda’a. Salaanni dirqamaa shanan: Salaata Fajrii (Salaata Ganama): ...

Jaarsi takka qofa si hiike jennaan deemtee nama birootti heerumte.

Gaafii ? dubartiin takka jaarsaan wal dhabnaan, inni si hiike jedheen. Isiinis yeroma san deemtee nama birootti heerumte. Nikaan isii kun akkami? Nikeenni duraa bu’e moo hin buune? Deebii Dura dursoo abbaan warraa yoo si hiike jedhee dubbate; fedhu xalayaa itti katabee, fedhu Meseeja ergee, fedhu bilbila bilbilee yoo si hiike jedhe. Nikaan sun bu’ee...

Jaartiin jaarsa isiitiin na hiiki yoo jetteen diliin isii maali?

Gaafii ? akka hadiisatti, Dubartiin takka Abbaa isiitiin na hiiki jettee, hiikkaa yoo gaafatte Jannanni isii irratti haraama jedhan. Anin garuu rakkina keessa jiru irra dhaabbadhee abbaa manaa kiyya, hiikkaa yoo gaafadhe diliin tiyya maali? Jaartiin jaarsa isiitiin na hiiki yoo jetteen diliin isii maali? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo irra...

Dubra xixiqqoo heeruma osoo hin gahin, nikaaha namaa godhuun taatii?

Gaafii:Ijoollee dubraa daa’imman umriin isaanii xixiqqoo taate yoo nikaaha hidhan, nikaahni sun ni tahaa? Deebisaa: Nikaahni waan taphaa osoo hin taane, waan akkaan jabaati. Kanaafuu, xiqqeenyaa fi guddina yookiin qabeenyaa fi hiyyummaadhaan adda hin baafamu. Hukmii Shari’aa keessatti ijoollee xixiqqoo nikaaha hidhuun ni jira. Ragaan kanaa, Sahaabtichi guddaan Abi Bakhri As-Siddiiq-Rabbiin(R.A)- intala isaa A’ishaa (RA) tan...

Nikaahni bakka abbaan dhimaa hin jirretti hidhamuun taatii?

Gaafii ? Anaa fi intalli takka wal jaalanne. Erga wal jaalanne booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaaha nama godhus yaaman. Garuu guyyaa nikaaha godhan sani, ‘eenyuun bakka buufatta’ naan hin jenne, ‘hayyama godhi’ naan hin jenne. Anuma duubaan nikaaha godhanii xumuranii, nikaahni kun sirriidhaa? Deebii: Nikaahni ulaagaa afur yokiin shan qaba. Inni jalqabaa, Abbaan intalaa,...

Haati tiyya anaa diqqaa manarraa na ariite, eegasii biyyaa bahee islaama tahe, haadha tiyya tiyya san laaluu ni danda’aa?

Haati tee kaafirallee taatu, warri keessan kaafirallee ta’u keessaahuu haadhaaf Abbaa keessan manxanfatuu qabdan. Waan dandeettaniin ka diinaa keessan madeessuu hin dandeenneen isaaniif tola ooluu ni dandeessu. Daliilli Asmaa bintu Abubakar obboleettii Ayishaadhaa Rasuula Rabbiititti dhuftee, madiinaadhatti. Waan jetteen, haadha tiyya kaafir*a magaalaa makkaa irraa kaatee natti duftee, akka ani isiidhaaf tola barbaadu barbaaddii maal...

gama Islaamummaa dhufuuf Masjiida Dhaquun Dirqamaa?

mucaan takko akki jedhu ‘namni dhiiraa tokko irra deddeebiidhaan shahaadaa qabachuu barbaadaa masjiida na geessi’ naan jedha. Wayta an masjiida geessu ammoo ‘namni kun nama farshoo dhuguu waan taheef, nama hamaadha’ jedhanii ofirraa na deebisu. Yeroo biraatis namni kun natti deebi’ee, ‘Yoo Masjiida sanitti didan bakka birallee haa tahuu, na geessi islaamummaa qabachuu barbaada’ naan...

Qabrii bareechisuu.

Qabrii bareechisuu fi kunuunsuun hin barbaachisu.   Fakkeenyaaf waan akka Abaaboo keessa dhaabuu, mukkeenii fi wantoota garagaraatis keessatti dhaabuun  barbaachisu. Shiekh Muhammad ibn Ibraahim ibn Aal ash-shiekh akkana jedhan, “qabrii bareechisuu fi keessatti biqiltoota dhaabuun, waan islaamummaan ajajjee miti. Wanti akkanaatis hin hayyamamu. Kun warra nasaaraa akkeessuutu keessa jira. Warri kiristaanaa qabrii isaanii bakka bashannanaa...

11. akka shari’atti Gabbarri akkami?

Deebisaa: Hukmii shari’aatii fi Aadaa wal keessa hin laaqinaa. Fuudhaa fi heerumni yeroo raawwatamu gabbara kaffali, waan Haadhaa , Abbaa, Eessumaa, Adeera, Haboo, Adaadaa, dabalatee kana fidii san fidii wanti jedhamu kun dogongora. Wanti guyyaa kana kennamu cufti maqaa intalaatin, maqaa mahriitiin kennamuu qaba. Guyyaa kana waan meeshaa, akkasuma ka uffata isii fidi yoo siin...

WHO tamsa’ini dhibee Vayirasii Koroonaa Sadarkaa yaaddeessaa irra gahuu ibse

Vaayirasichi hanga ammaa biyyoota 48 keessatti argamuu mirkanaahee jira. Dabalataanis Chaayinaan alatti lakoofsi namoota haarayatti vaayirasichaan qabamanii ammoo, yeroo jalqabatiif lakoofsa namoota Chaayinaa keessatti vaayirasichaan haarayatti qabaman kan caale tahuu gabaafame. Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adihanom ibsa Khamiisa har’aa kenneen, biyyoonni Addunyaa tamsa’ina Vayirasicha ittisuudhaaf hatattamaan tarkaanfii cimaa yoo kan hin fudhanne tahe,...