Utubaawwan 5n Islaamaa
1.Shahaada (Amantii) . Allah malee waaqni dhugaan gabbaramu akka hin jiree amanuufii Nabi Muhammad ergamaa Isaa (s.a.w) tahuu ragaa bahuu 2. Salaah (Salaata) . Salaanni nama Muslima hunda irratt bara jireenya isaa/isii guutuu guyyaatti si’a shan akka salaatamu beekanii salaatuu . 3. Zakaa (Sadaqaa) . Gocha qabeenya Muslimaa keessaa 2.5 waggaa waggaan namoota rakkataniif kennuu....





