islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 15ffaa
71. Muslima ta’uuf dirqamni jalqabaa maali? A) Salaata B) Saawuma C) Hajjii D) Shahaadaa 72. Maalirraa Zakaa kaffaluu qabna ? A) Maallaqa qofa B) Faaya C) Loon D) Kannneen armaan olii hunda 73. Akka suuraa Tauba (9:40) keessatti ibsametti hiriyyaan Nabi Muhammad (SAW) holqa keessaa eenyu ture? A. Abu Bakr (R.A) . B. Umar (R.A)...













