islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 7ffaa
31) Maqaan biraa Qur’aanaaf moggaafame maali? A. Ar-Rahmaan B.Al-Baqarah C. Al-Furqaan D. Al-Sahiih 32. Khaliifaa kamtu Al-Aqsaa Yerusaalemiin too’ate? A. Abuu Bakr (r.a) . B. Umar ibnu al-Khattab (r.a) . C. Usmaan ibnu Affaan (r.a) . D. Alii ibnu Abii Xaalib (r.a) . 33) Mariin hoogganaa muslimaa fii hordoftoota jiddutti godhamu maal jedhama? A. Ijma...













